LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Asteer 7:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Kanaafuu, isaan jirma inni Mordekaayiif qopheesse irratti Haamaaniin ni fannisan; aariin mootichaas ni qabbanaaʼe.

  • Faarfannaa 7:14, 15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Isa hammina ulfaaʼe ilaali;

      Inni rakkina garaatti baata, sobas ni dhala.+

      15 Inni gad fageessee boolla ni qota,

      Taʼus boolluma qote keessatti ni kufa.+

  • Faarfannaa 9:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Saboonni boolluma ofii isaaniitiin qotan keessa lixaniiru;

      Miilli isaanii kiyyoo ofii isaaniitiin dhoksaniin qabameera.+

  • Faarfannaa 57:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Isaan miila koo qabuuf saaphana qopheessaniiru;+

      Ani* dhiphinaan gad qabameera.+

      Isaan na duratti boolla qotaniiru,

      Taʼus isaanumatu achi keessatti kufe.+ (Seelaa)

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi