Faarfannaa 31:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Yaa Yihowaa, ani sitti kooluu galeera.+ Matumaa qaaniin na irra hin gaʼin.+ Qajeelummaa keetiin kan kaʼe na oolchi.+
31 Yaa Yihowaa, ani sitti kooluu galeera.+ Matumaa qaaniin na irra hin gaʼin.+ Qajeelummaa keetiin kan kaʼe na oolchi.+