Faarfannaa 8:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Yaa Gooftaa keenya Yihowaa, guutummaa lafaa irratti maqaan kee akkam ulfina qabeessa dha! Ati simboon kee samiiwwan irra illee kan caalu akka taʼu gooteetta!*+
8 Yaa Gooftaa keenya Yihowaa, guutummaa lafaa irratti maqaan kee akkam ulfina qabeessa dha! Ati simboon kee samiiwwan irra illee kan caalu akka taʼu gooteetta!*+