Faarfannaa 37:23, 24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Yihowaan yommuu daandii namaatti gammadu,+Tarkaanfii isaa isaaf ni qajeelcha.*+ 24 Yihowaan harkaan* waan isa deggeruuf,+Inni yoo kufe illee hin gombifamu.+ Faarfannaa 94:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 “Miilli koo ni mucucaate” yommuun jedhetti,Yaa Yihowaa, jaalalli kee inni amanamaan na deggere.+
23 Yihowaan yommuu daandii namaatti gammadu,+Tarkaanfii isaa isaaf ni qajeelcha.*+ 24 Yihowaan harkaan* waan isa deggeruuf,+Inni yoo kufe illee hin gombifamu.+