1 Saamuʼel 2:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Inni tarkaanfii warra isaaf amanamoo taʼanii ni eega,+Hamoonni garuu dukkana keessatti cal jechisiifamu,+Namni moʼicha kan argatu humna isaatiin miti.+ Faarfannaa 37:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Yihowaan harkaan* waan isa deggeruuf,+Inni yoo kufe illee hin gombifamu.+ Faarfannaa 121:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Inni matumaa miilli kee akka mucucaatu* hin heyyamu.+ Inni si eegu matumaa hin mugu. Faaruu Ermiyaas 3:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Nuti kan hin dhumne jaalala Yihowaa isa amanamaa taʼeen kan kaʼe dha,+Sababiin isaas, gara laafinni isaa matumaa dhuma hin qabu.+
9 Inni tarkaanfii warra isaaf amanamoo taʼanii ni eega,+Hamoonni garuu dukkana keessatti cal jechisiifamu,+Namni moʼicha kan argatu humna isaatiin miti.+
22 Nuti kan hin dhumne jaalala Yihowaa isa amanamaa taʼeen kan kaʼe dha,+Sababiin isaas, gara laafinni isaa matumaa dhuma hin qabu.+