Faarfannaa 91:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Daandiiwwan kee hundumaa irratti akka si eeganiif,+Inni maleekota isaa siif ni ajaja.+ Faarfannaa 97:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Isin warri Yihowaa jaallattan, wanta hamaa jibbaa.+ Inni lubbuu warra isaaf amanamoo taʼanii ni eega;+Harka* hamootaa jalaas isaan ni oolcha.+ Faarfannaa 121:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Inni matumaa miilli kee akka mucucaatu* hin heyyamu.+ Inni si eegu matumaa hin mugu.
10 Isin warri Yihowaa jaallattan, wanta hamaa jibbaa.+ Inni lubbuu warra isaaf amanamoo taʼanii ni eega;+Harka* hamootaa jalaas isaan ni oolcha.+