Faarfannaa 33:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Mootiin raayyaa waraanaa hedduu qabaachuudhaan oolu hin jiru;+Namni jabaanis humna isaa isa guddaadhaan hin oolu.+ Zakkaariyaas 4:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Innis akkana naan jedhe: “Dubbiin Yihowaa Zarubaabeliif ergame isa kana: ‘“Wantoonni kun hundi humna waraanaatiin yookiin jabina namaatiin utuu hin taʼin,+ hafuura kootiin raawwatamu”+ jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa.
16 Mootiin raayyaa waraanaa hedduu qabaachuudhaan oolu hin jiru;+Namni jabaanis humna isaa isa guddaadhaan hin oolu.+
6 Innis akkana naan jedhe: “Dubbiin Yihowaa Zarubaabeliif ergame isa kana: ‘“Wantoonni kun hundi humna waraanaatiin yookiin jabina namaatiin utuu hin taʼin,+ hafuura kootiin raawwatamu”+ jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa.