Iyyaasuu 11:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Yeroo kanatti Yihowaan Iyyaasuudhaan, “Boru gara saʼaatii kanaatti hunduma isaanii akka ajjeestaniif isaaniin dabarsee waanan isinitti kennuuf, isaan hin sodaatin.+ Morgaa fardeen isaanii kukkuti;+ gaariiwwan fardaa isaaniis ibiddaan gubi” jedhe.
6 Yeroo kanatti Yihowaan Iyyaasuudhaan, “Boru gara saʼaatii kanaatti hunduma isaanii akka ajjeestaniif isaaniin dabarsee waanan isinitti kennuuf, isaan hin sodaatin.+ Morgaa fardeen isaanii kukkuti;+ gaariiwwan fardaa isaaniis ibiddaan gubi” jedhe.