-
Faarfannaa 107:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Dukkana cimaa keessaa isaan baase,
Hidhaa sibiilaa isaaniis ni kukkute.+
-
-
Faarfannaa 142:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Maqaa kee akkan jajadhuuf,
Mana hidhaa keessaa na* baasi.
Ati gaarummaadhaan waan na qabdeef,
Warri qajeeloon naannoo kootti walitti haa qabaman.
-