1 Saamuʼel 16:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Yihowaan garuu Saamuʼeliin, “Ani waanan isa tuffadheef, bifa isaa fi dheerina isaa hin ilaalin.+ Waaqayyo kan ilaalu akka namni ilaalutti miti; sababiin isaas, namni wanta alaan mulʼatu ilaala; Yihowaan garuu garaa namaa ilaala”+ jedhe.
7 Yihowaan garuu Saamuʼeliin, “Ani waanan isa tuffadheef, bifa isaa fi dheerina isaa hin ilaalin.+ Waaqayyo kan ilaalu akka namni ilaalutti miti; sababiin isaas, namni wanta alaan mulʼatu ilaala; Yihowaan garuu garaa namaa ilaala”+ jedhe.