Fakkeenya 4:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Inni akkana jedhee na barsiiseera: “Garaan kee dubbii koo cimsee haa qabatu.+ Ajajawwan koo eegi, lubbuudhaanis ni jiraatta.+ Fakkeenya 6:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Sababiin isaas, ajajni kun ibsaa dha,+Seerichis ifa dha,+Adabni sirreeffama argamsiisu daandii gara jireenyaatti geessu dha.+ Maatewos 6:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 “Ibsaan qaamaa ija dha.+ Kanaafuu, ijji kee waan tokko irratti kan xiyyeeffate* yoo taʼe, guutummaan qaama keetii ifaa* taʼa.
4 Inni akkana jedhee na barsiiseera: “Garaan kee dubbii koo cimsee haa qabatu.+ Ajajawwan koo eegi, lubbuudhaanis ni jiraatta.+
23 Sababiin isaas, ajajni kun ibsaa dha,+Seerichis ifa dha,+Adabni sirreeffama argamsiisu daandii gara jireenyaatti geessu dha.+
22 “Ibsaan qaamaa ija dha.+ Kanaafuu, ijji kee waan tokko irratti kan xiyyeeffate* yoo taʼe, guutummaan qaama keetii ifaa* taʼa.