LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 4:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Ijji kee kallattiidhaan fuulduratti haa ilaalu,

      Eeyyee, kallattiidhaan fuuldura kee qofa ilaali.*+

  • Luqaas 11:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Ibsaan qaamaa ija dha. Kanaafuu, ijji kee waan tokko irratti kan xiyyeeffate* yoo taʼe, guutummaan qaama keetii ifaa* ni taʼa; ijji kee kan hinaafu* yoo taʼe garuu, qaamni kees dukkana taʼa.+

  • Efesoon 1:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Inni ija garaa keessanii isiniif ibseera; kanas kan godhe abdii akkamiitiif akka isin waame, badhaadhinni guddaan inni qulqullootaaf dhaala godhee kennu kan akkamii akka taʼe,+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi