6 Namoonni sun hundi ijoolleen dhiiraa fi ijoolleen durbaa isaanii fudhatamuu isaaniitti baayʼee aaruu isaaniitiin kan kaʼe, dhagaadhaan isa tumuuf mariʼachaa waan turaniif Daawit baayʼee dhiphate. Haa taʼu malee, Daawit gargaarsa Waaqa isaa Yihowaatiin of jajjabeesse.+