Isaayyaas 6:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Isaaniis sagalee isaanii ol kaasanii,“Qulqulluu, qulqulluu, qulqulluu dha Yihowaan Gooftaan Raayyaa.+ Guutummaan lafaas ulfina isaatiin guutamteetti” waliin jedhu turan. 1 Pheexiros 1:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 kanaa mannaa, akkuma Isa Qulqulluu isin waame sanaa, wanta hojjettan hundumaatiin qulqulloota taʼaa;+
3 Isaaniis sagalee isaanii ol kaasanii,“Qulqulluu, qulqulluu, qulqulluu dha Yihowaan Gooftaan Raayyaa.+ Guutummaan lafaas ulfina isaatiin guutamteetti” waliin jedhu turan.
15 kanaa mannaa, akkuma Isa Qulqulluu isin waame sanaa, wanta hojjettan hundumaatiin qulqulloota taʼaa;+