Faarfannaa 57:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Ani* leencotaan marfameera;+Namoota na nyaachuu barbaadan gidduu,Warra ilkaan isaanii eeboo fi xiyya taʼe,Warra arrabni isaanii goraadee qaramaa+ taʼe gidduu ciiseera. 1 Pheexiros 5:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Dandeettii hubannaa keessanii eeggadhaa, dammaqoo taʼaa!+ Diinni keessan Diyaabilos nama liqimsu barbaadee akka leenca barooduutti naannaʼaa jira.+
4 Ani* leencotaan marfameera;+Namoota na nyaachuu barbaadan gidduu,Warra ilkaan isaanii eeboo fi xiyya taʼe,Warra arrabni isaanii goraadee qaramaa+ taʼe gidduu ciiseera.
8 Dandeettii hubannaa keessanii eeggadhaa, dammaqoo taʼaa!+ Diinni keessan Diyaabilos nama liqimsu barbaadee akka leenca barooduutti naannaʼaa jira.+