11 Sababiin isaas, inni qulqulleessus taʼe, warri qulqullaaʼan+ hundi isa tokko keessaa maddan;+ kanaafuu, inni obboloota jedhee isaan waamuuf hin qaanaʼu;+ 12 inni, “Ani maqaa kee obboloota kootti nan beeksisa; gumii gidduuttis faarfannaadhaan sin jajadha”+ jedheera.