Maatewos 12:50 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 50 Namni fedhii Abbaa koo isa samii raawwatu hundi, obboleessa, obboleettii fi haadha koo ti.”+ Roomaa 8:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 sababiin isaas, Ilmi isaa obboloota hedduu gidduudhaa+ angafa akka taʼuuf,+ Waaqayyo warra jalqaba beekamtii isaaniif kenne dursee murteessuudhaan fakkaattii Ilma isaa akka qabaatan godheera.+
29 sababiin isaas, Ilmi isaa obboloota hedduu gidduudhaa+ angafa akka taʼuuf,+ Waaqayyo warra jalqaba beekamtii isaaniif kenne dursee murteessuudhaan fakkaattii Ilma isaa akka qabaatan godheera.+