Maarqos 3:35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Namni fedhii Waaqayyoo raawwatu hundi, obboleessa, obboleettii fi haadha koo ti.”+ Luqaas 8:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Innis deebisee, “Haati tiyyaa fi obboloonni koo warra dubbii Waaqayyoo dhagaʼanii hojii irra oolchan kana dha”+ isaaniin jedhe.
21 Innis deebisee, “Haati tiyyaa fi obboloonni koo warra dubbii Waaqayyoo dhagaʼanii hojii irra oolchan kana dha”+ isaaniin jedhe.