LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 12:48-50
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 48 Yesuus deebisee namicha isatti hime sanaan, “Haati tiyya eenyu? Obboloonni koo hoo eenyu faʼi?” jedhe. 49 Achiis harka isaa gara barattoota isaatti diriirsee akkana jedhe: “Kunoo, haati tiyyaa fi obboloonni koo warra kana!+ 50 Namni fedhii Abbaa koo isa samii raawwatu hundi, obboleessa, obboleettii fi haadha koo ti.”+

  • Maarqos 3:33-35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Yesuus garuu deebisee, “Haati tiyyaa fi obboloonni koo eenyu faʼi?” isaaniin jedhe. 34 Achiis warra isatti marsanii jiran sana ilaalee akkana jedhe: “Kunoo, haati tiyyaa fi obboloonni koo warra kana!+ 35 Namni fedhii Waaqayyoo raawwatu hundi, obboleessa, obboleettii fi haadha koo ti.”+

  • Yohaannis 15:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Wanta ani isin ajaju yoo raawwattan, isin michoota koo ti.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi