LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 13:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Akkuma ani isiniif godhe, isinis akkanuma akka gootan ani fakkeenya isiniif taʼeera.+

  • Roomaa 6:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Duʼa akka isaa duʼuudhaan isaa wajjin tokkummaa yoo qabaanne,+ duʼaa kaʼuu akka isaa argachuudhaanis isaa wajjin tokkummaa akka qabaannu beekamaa dha.+

  • 1 Qorontos 15:49
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 49 Akkuma bifa isa biyyoo irraa tolfame sanaa uffanne,+ bifa isa samii irraa taʼe sanaas ni uffanna.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi