LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Qorontos 4:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Jireenyi Yesuus qaama keenya irrattis akka mulʼatuuf bakka deemne hundatti rakkina guddaa duʼaaf nama saaxiluu+ fi Yesuus irra gaʼe yeroo hunda qaama keenya keessatti ni baanna.

  • Filiphisiyus 3:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Kaayyoon koo, isaa fi humna duʼaa kaʼuu+ isaa beekuu, akkasumas duʼa akka isaa duʼuuf of kennuudhaan+ dhiphina isaa irraa hirmaachuu dha;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi