Faarfannaa 34:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Inni rakkataan kun ni iyyate, Yihowaanis ni dhagaʼe. Dhiphina isaa hundumaa jalaas isa oolche.+ Faarfannaa 69:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Sababiin isaas, Yihowaan isa hiyyeessa ni dhagaʼa,+Saba isaa isa boojiʼames hin tuffatu.+