Faarfannaa 10:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Yaa Yihowaa, ati garuu gaaffii garraamotaa ni dhageessa.+ Garaa isaanii ni cimsita,+ xiyyeeffannaas isaaniif ni kennita.+ Faarfannaa 102:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Kadhannaa hiyyeeyyii xiyyeeffannaadhaan ni dhagaʼa;+Inni kadhannaa isaanii hin tuffatu.+ Isaayyaas 66:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 “Wantoota kana hundumaa kan tolche harkuma koo ti,Hundi isaaniis kan argaman akka kanaani” jedha Yihowaan.+ “Anis gara isa kanaatti,Gara isa gad of qabu, isa hafuurri isaa cabee* fi dubbii kootiin romʼu* kanaatti nan ilaala.+
17 Yaa Yihowaa, ati garuu gaaffii garraamotaa ni dhageessa.+ Garaa isaanii ni cimsita,+ xiyyeeffannaas isaaniif ni kennita.+
2 “Wantoota kana hundumaa kan tolche harkuma koo ti,Hundi isaaniis kan argaman akka kanaani” jedha Yihowaan.+ “Anis gara isa kanaatti,Gara isa gad of qabu, isa hafuurri isaa cabee* fi dubbii kootiin romʼu* kanaatti nan ilaala.+