- 
	                        
            
            Faarfannaa 35:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
18 Anis gumii guddaa keessatti galata siif nan galcha;+
Namoota hedduu gidduuttis sin jajadha.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Faarfannaa 40:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
10 Ani qajeelummaa kee garaa koo keessatti hin dhoksu.
Amanamummaa kee fi fayyisuu kee nan labsa.
Gumii guddaa keessatti jaalala kee isa amanamaa fi dhugaa kee hin dhoksu.”+
 
 -