Faarfannaa 37:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Garraamonni garuu lafa ni dhaalu,+Nagaa hedduu argataniis baayʼee ni gammadu.+ Isaayyaas 65:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Kanaafuu, Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: “Kunoo, tajaajiltoonni koo ni nyaatu, isin garuu ni beeloftu.+ Kunoo, tajaajiltoonni koo ni dhugu,+ isin garuu ni dheebottu. Kunoo, tajaajiltoonni koo ni gammadu,+ isin garuu ni qaanoftu.+
13 Kanaafuu, Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: “Kunoo, tajaajiltoonni koo ni nyaatu, isin garuu ni beeloftu.+ Kunoo, tajaajiltoonni koo ni dhugu,+ isin garuu ni dheebottu. Kunoo, tajaajiltoonni koo ni gammadu,+ isin garuu ni qaanoftu.+