Sefaaniyaa 2:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Isin garraamonni* lafa irraa hundi,Isin warri labsiiwwan* isaa warra qajeeloo eegdan, Yihowaa barbaaddadhaa.+ Qajeelummaa barbaaddadhaa, garraamummaas* barbaaddadhaa. Tarii guyyaa dheekkamsa Yihowaatti ni golgamtu taʼa.+
3 Isin garraamonni* lafa irraa hundi,Isin warri labsiiwwan* isaa warra qajeeloo eegdan, Yihowaa barbaaddadhaa.+ Qajeelummaa barbaaddadhaa, garraamummaas* barbaaddadhaa. Tarii guyyaa dheekkamsa Yihowaatti ni golgamtu taʼa.+