Isaayyaas 26:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Ati warra guutummaatti sitti hirkatan* ni eegda;Isaan waan sitti amanamaniif,+Nagaa wal irraa hin cinne isaaniif ni kennita.+
3 Ati warra guutummaatti sitti hirkatan* ni eegda;Isaan waan sitti amanamaniif,+Nagaa wal irraa hin cinne isaaniif ni kennita.+