Faarfannaa 31:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Gaarummaan kee akkam baayʼee dha!+ Ati warra si sodaataniif isa keesseetta;+Warra sitti kooluu galaniif jettees, gaarummaa kee namoota hundumaa duratti argisiisteetta.+
19 Gaarummaan kee akkam baayʼee dha!+ Ati warra si sodaataniif isa keesseetta;+Warra sitti kooluu galaniif jettees, gaarummaa kee namoota hundumaa duratti argisiisteetta.+