LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 64:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Bara duriitii jalqabee si Waaqa isa warra abdiidhaan* isa eeggataniif jedhee tarkaanfii fudhatuun alatti

      Waaqni kan biraan jiraachuu isaa kan dhagaʼe yookiin gurra isaatiin kan dhaggeeffate

      Yookiin ija isaatiin kan arge tokko illee hin jiru.+

  • 1 Qorontos 2:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Haa taʼu malee, akkuma, “Wantoota Waaqayyo warra isa jaallataniif qopheesse, ijji hin argine, gurri hin dhageenye yookiin garaan namaa hin yaanne”+ jedhamee barreeffame taʼe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi