-
Faarfannaa 91:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Sababiin isaas, inni kiyyoo isa simbira qabatu sanaa jalaa,
Golfaa badiisa guddaa fidu irraas si oolcha.
-
-
Faarfannaa 124:6-8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Inni akka wanta adamsamuutti ilkaan isaaniitti dabarsee waan nu hin kennineef
Yihowaan haa jajamu.
8 Nuti isa maqaan isaa Yihowaa jedhamu
Isa samii fi lafa tolche irraa gargaarsa arganna.”+
-