2 Saamuʼel 16:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Tarii Yihowaan miidhamuu koo ilaalee,+ bakka abaarsa harʼa na irra gaʼaa jiru kanaa, Yihowaan wanta gaarii naaf godha taʼa.”+
12 Tarii Yihowaan miidhamuu koo ilaalee,+ bakka abaarsa harʼa na irra gaʼaa jiru kanaa, Yihowaan wanta gaarii naaf godha taʼa.”+