Faarfannaa 43:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Ifa kee fi dhugaa kee ergi.+ Isaan na haa geggeessan;+Gara gaara kee isa qulqulluutti, gara godoo qulqulluu kee isa guddaattis na haa qajeelchan.+ Faarfannaa 86:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Yaa Yihowaa, waaʼee daandii keetii na barsiisi.+ Anis dhugaa kee keessa nan deddeebiʼa.+ Maqaa kee akkan sodaadhuuf, garaa koo tokko naaf godhi.*+
3 Ifa kee fi dhugaa kee ergi.+ Isaan na haa geggeessan;+Gara gaara kee isa qulqulluutti, gara godoo qulqulluu kee isa guddaattis na haa qajeelchan.+
11 Yaa Yihowaa, waaʼee daandii keetii na barsiisi.+ Anis dhugaa kee keessa nan deddeebiʼa.+ Maqaa kee akkan sodaadhuuf, garaa koo tokko naaf godhi.*+