Faarfannaa 50:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Namni galata akka aarsaatti naaf dhiheessu ulfina naaf kenna;+Isa daandii sirrii cimsee hordofusFayyisuu Waaqayyoo akka argu nan godha.”+ Faarfannaa 95:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Galataa wajjin isa* duratti haa dhihaannu;+Isaaf haa faarfannu, miira injifannootiinis isaaf haa ililchinu.
23 Namni galata akka aarsaatti naaf dhiheessu ulfina naaf kenna;+Isa daandii sirrii cimsee hordofusFayyisuu Waaqayyoo akka argu nan godha.”+
2 Galataa wajjin isa* duratti haa dhihaannu;+Isaaf haa faarfannu, miira injifannootiinis isaaf haa ililchinu.