LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 3:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Ibsaan Waaqayyoo+ amma illee hin dhaamne ture; Saamuʼelis mana qulqullummaa* Yihowaa bakka Taabonni Waaqayyoo itti argamu keessa ciisee ture.+

  • 1 Seenaa Baraa 16:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Kanaafuu, isaan Taabota Waaqa dhugaa fidanii dunkaana Daawit isaaf dhaabe keessa kaaʼan;+ achiis Waaqa dhugaa duratti aarsaawwan gubamanii fi aarsaawwan gamtaa dhiheessan.+

  • Faarfannaa 27:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Wanta tokko Yihowaa nan gaafadha,

      Isas hawwiidhaan nan eeggadha,

      Innis bara jireenyaa koo hundumaatti mana Yihowaa keessa jiraachuu,+

      Gaarummaa Yihowaa arguu,

      Mana qulqullummaa* isaas dinqisiifannaadhaan* ilaaluu dha.+

  • Faarfannaa 63:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Kanaafuu, iddoo qulqulluu keessatti gara kee nan ilaale;

      Jabina kee fi ulfina kees nan arge.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi