LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 26:59-61
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 59 Yeroo kanatti dura buutonni lubootaa fi guutummaan yaaʼii Saanhedriin,* Yesuusiin ajjeesuuf ragaa sobaa isa irratti barbaadu turan.+ 60 Haa taʼu malee, ragaa baatonni sobaa hedduun kan dhihaatan+ taʼus, ragaa quubsaa tokko illee hin arganne. Booda garuu ragaa baatonni lama dhihaatanii, 61 “Namichi kun, ‘Ani mana qulqullummaa Waaqayyoo diigee guyyaa sadiitti deebisee ijaaruu nan dandaʼa’+ jedheera” jedhan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi