LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 27:39, 40
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 39 Namoonni achiin darbanis isa arrabsu turan;+ mataa isaanii raasaniis,+ 40 “Yaa isa mana qulqullummaa diigdee guyyaa sadiitti ijaartu+ nana, of oolchi! Ilma Waaqayyoo yoo taate muka* irratti fannifamte irraa buʼi!”+ jedhu turan.

  • Yohaannis 2:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Yesuusis deebisee, “Mana qulqullummaa kana diigaa, anis guyyaa sadiitti deebisee nan ijaara”+ isaaniin jedhe.

  • Hojii Ergamootaa 6:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Fakkeenyaaf, yommuu inni Yesuus namni Naazireet sun iddoo kana akka diiguu fi aadaawwan Museen nutti dabarse akka jijjiiru dubbatu dhageenyeerra.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi