LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maarqos 15:29-32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Namoonni achiin darbanis isa arrabsu turan; mataa isaanii raasaniis+ akkana jedhu turan: “Muu, yaa isa mana qulqullummaa diigdee guyyaa sadiitti ijaartu nana,+ 30 mee muka* irratti fannifamte irraa buʼiitii of oolchi.” 31 Haaluma wal fakkaatuun, dura buutonni lubootaas barsiisota seeraa wajjin akkana jedhanii isatti qoosan: “Warra kaan oolcheera; of oolchuu garuu hin dandeenye!+ 32 Nuti arginee akka isatti amannuuf, mee Kiristoos Mootiin Israaʼel amma muka* irratti fannifame irraa haa buʼu.”+ Warri isaa wajjin muka irratti fannifaman illee isa arrabsu turan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi