Maatewos 16:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Dhaloonni hamaanii fi ejjaa taʼe* yeroo hunda mallattoo barbaada; taʼus mallattoo Yoonaas+ malee mallattoo kan biraan isaaf hin kennamu.”+ Sana booda Yesuus isaan dhiisee deeme.
4 Dhaloonni hamaanii fi ejjaa taʼe* yeroo hunda mallattoo barbaada; taʼus mallattoo Yoonaas+ malee mallattoo kan biraan isaaf hin kennamu.”+ Sana booda Yesuus isaan dhiisee deeme.