LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 27:39-42
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 39 Namoonni achiin darbanis isa arrabsu turan;+ mataa isaanii raasaniis,+ 40 “Yaa isa mana qulqullummaa diigdee guyyaa sadiitti ijaartu+ nana, of oolchi! Ilma Waaqayyoo yoo taate muka* irratti fannifamte irraa buʼi!”+ jedhu turan. 41 Haaluma wal fakkaatuun, dura buutonni lubootaas barsiisota seeraa fi maanguddootaa wajjin akkana jedhanii isatti qoosuu jalqaban:+ 42 “Warra kaan oolcheera; of oolchuu garuu hin dandeenye! Inni Mootii Israaʼeli;+ mee amma muka* irratti fannifame irraa haa buʼu; nutis isatti ni amanna.

  • Maarqos 14:58
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 58 “Nuti yommuu inni, ‘Ani mana qulqullummaa harkaan ijaarame kana diigee, guyyaa sadiitti isa harkaan hin ijaaramne kan biraa nan ijaara’+ jedhu dhageenyeerra.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi