LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 31:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Ati harka diinaatti dabarsitee na hin kennine,

      Kanaa mannaa, bakka balaa irraa walaba* taʼe irra na dhaabdeetta.

  • Faarfannaa 41:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Yihowaan isa eega, lubbuudhaanis isa jiraachisa.

      Inni gammadaa akka taʼe lafa irratti ni dubbatama;+

      Atis matumaa fedhii* diinota isaatti dabarsitee isa hin kennitu.+

  • Faarfannaa 41:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Diinonni koo yommuu miira injifannootiin na irratti iyyuu dadhabanitti,+

      Natti gammaduu kee kanaan nan beeka.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi