28 Gara boollaatti akka gad hin buune inni lubbuu koo oolcheera,+
Jireenyi koos ifa ni arga.’
29 Dhuguma iyyuu Waaqayyo, siʼa lama, siʼa sadiis
Wantoota kana hundumaa namaaf godheera,
30 Kanas kan godhe inni ifa jireenyaatiin akka gammaduuf
Boolla keessaa isa baasuuf jedhee ti.+