Faarfannaa 19:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Qarsaa koo+ fi furii+ koo kan taate Yaa Yihowaa,Wantin afaan kootiin dubbadhuu fi wantin garaa kootti yaadu kan si gammachiisu haa taʼu.+ Isaayyaas 38:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Kunoo, ani nagaa argachuu mannaa, gadda guddaa keessan ture;Garuu jaalala naaf* qabduun kan kaʼe,Boolla badiisaa irraa na oolchiteetta.+ Cubbuuwwan koo hundumaa of duubatti gatteetta.*+
14 Qarsaa koo+ fi furii+ koo kan taate Yaa Yihowaa,Wantin afaan kootiin dubbadhuu fi wantin garaa kootti yaadu kan si gammachiisu haa taʼu.+
17 Kunoo, ani nagaa argachuu mannaa, gadda guddaa keessan ture;Garuu jaalala naaf* qabduun kan kaʼe,Boolla badiisaa irraa na oolchiteetta.+ Cubbuuwwan koo hundumaa of duubatti gatteetta.*+