LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 30:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Yaa Yihowaa, ati Awwaala* keessaa na* baasteetta.+

      Lubbuudhaan na jiraachisteetta; boollatti* lixuu irraas na oolchiteetta.+

  • Faarfannaa 86:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Sababiin isaas, jaalalli amanamaan ati natti argisiiste guddaa dha,

      Lubbuu koos Awwaala* gad fagoo irraa oolchiteetta.+

  • Yoonaas 2:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Hamma hundee gaarotaatti gad nan lixe.

      Danqaraawwan lafaa bara baraaf na irratti cufaman.

      Yaa Waaqa koo Yihowaa, ati garuu lubbuudhaan boolla keessaa na baaste.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi