LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 16:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Sababiin isaas, ati Awwaala* keessatti na* hin dhiistu.+

      Inni siif amanamaa taʼes boolla akka argu* hin heyyamtu.+

  • Faarfannaa 28:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Qarsaa koo kan taate yaa Yihowaa, ani yeroo hundumaa sin waammadha;+

      Gurra kee naaf bani.

      Ati calluma yoo naan jette,

      Ani akka warra gara boollaatti* gad buʼanii nan taʼa.+

  • Isaayyaas 38:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Kunoo, ani nagaa argachuu mannaa, gadda guddaa keessan ture;

      Garuu jaalala naaf* qabduun kan kaʼe,

      Boolla badiisaa irraa na oolchiteetta.+

      Cubbuuwwan koo hundumaa of duubatti gatteetta.*+

  • Yoonaas 2:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Hamma hundee gaarotaatti gad nan lixe.

      Danqaraawwan lafaa bara baraaf na irratti cufaman.

      Yaa Waaqa koo Yihowaa, ati garuu lubbuudhaan boolla keessaa na baaste.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi