Faarfannaa 16:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Sababiin isaas, ati Awwaala* keessatti na* hin dhiistu.+ Inni siif amanamaa taʼes boolla akka argu* hin heyyamtu.+ Faarfannaa 30:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Yaa Yihowaa, ati Awwaala* keessaa na* baasteetta.+ Lubbuudhaan na jiraachisteetta; boollatti* lixuu irraas na oolchiteetta.+ Isaayyaas 38:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Kunoo, ani nagaa argachuu mannaa, gadda guddaa keessan ture;Garuu jaalala naaf* qabduun kan kaʼe,Boolla badiisaa irraa na oolchiteetta.+ Cubbuuwwan koo hundumaa of duubatti gatteetta.*+ Hojii Ergamootaa 2:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Kiristoos Awwaala* keessatti akka hin hafnee fi foon isaas akka hin tortorre waaʼee duʼaa kaʼuu isaa dursee ni arge, akkasumas ni dubbate.+
10 Sababiin isaas, ati Awwaala* keessatti na* hin dhiistu.+ Inni siif amanamaa taʼes boolla akka argu* hin heyyamtu.+
3 Yaa Yihowaa, ati Awwaala* keessaa na* baasteetta.+ Lubbuudhaan na jiraachisteetta; boollatti* lixuu irraas na oolchiteetta.+
17 Kunoo, ani nagaa argachuu mannaa, gadda guddaa keessan ture;Garuu jaalala naaf* qabduun kan kaʼe,Boolla badiisaa irraa na oolchiteetta.+ Cubbuuwwan koo hundumaa of duubatti gatteetta.*+
31 Kiristoos Awwaala* keessatti akka hin hafnee fi foon isaas akka hin tortorre waaʼee duʼaa kaʼuu isaa dursee ni arge, akkasumas ni dubbate.+