LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 25:4, 5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Yaa Yihowaa, karaa kee na beeksisi;+

      Daandii kee na barsiisi.+

      ה [Hii]

       5 Ati Waaqa fayyinaa koo waan taateef,

      Dhugaa kee keessa akkan deddeebiʼu godhi, na barsiisis.+

      ו [Waaw]

      Guyyaa guutuu ani sin abdadha.

  • Faarfannaa 27:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yaa Yihowaa, karaa kee na barsiisi,+

      Diinota koo irraa kan kaʼe, daandii qajeelummaa irra na geggeessi.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi