2 Saamuʼel 5:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Daawitis Yihowaan Israaʼel irratti mootii godhee cimsee akka isa dhaabe,+ mootummaa isaas saba isaa Israaʼeliif jedhee+ akka ol qabe+ ni beeke. Faarfannaa 89:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Sababiin isaas, ati ulfina jabina isaanii ti,+Si biratti fudhatama argachuu keenyaanis jabinni* keenya ni dabala.+
12 Daawitis Yihowaan Israaʼel irratti mootii godhee cimsee akka isa dhaabe,+ mootummaa isaas saba isaa Israaʼeliif jedhee+ akka ol qabe+ ni beeke.
17 Sababiin isaas, ati ulfina jabina isaanii ti,+Si biratti fudhatama argachuu keenyaanis jabinni* keenya ni dabala.+