LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 22:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Ati warra gad of qaban ni oolchita,+

      Ijji kee garuu warra of tuulan ni morma; ati isaan ni salphista.+

  • Isaayyaas 2:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Ijji namaa inni of tuulu ni salphifama,

      Namoonni of guguddisanis gad ni qabamu.

      Guyyaa sanatti Yihowaa qofatu ol qabama.

  • Yaaqoob 4:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Haa taʼu malee, gaarummaa guddaan Waaqayyo kennu, hafuura akkasii caalaa guddaa dha. Kanaafuu, “Waaqayyo warra of tuulan ni morma,+ warra gad of qabaniif garuu gaarummaa guddaa ni kenna”+ jedhamee barreeffameera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi