Faarfannaa 34:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Yihowaan gaarii taʼuu isaa dhandhamaa ilaalaa;+Namni isatti kooluu galu gammadaa dha. Fakkeenya 13:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Badiisni cubbamoota ni hordofa,+Badhaadhinni garuu qajeelota ni badhaasa.+ Fakkeenya 16:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Namni dhimma tokko irratti hubannaa akka qabu argisiisu milkaaʼina* argata,Namni Yihowaatti amanamus gammadaa dha.
20 Namni dhimma tokko irratti hubannaa akka qabu argisiisu milkaaʼina* argata,Namni Yihowaatti amanamus gammadaa dha.