Faarfannaa 145:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Ati harka kee ni banta,Fedhii uumamawwan jiraatoo hundumaas ni quubsita.+ Hojii Ergamootaa 14:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 taʼus wanta gaarii gochuudhaan, jechuunis samii irraa bokkaa roobsuudhaan, waqtiilee firii qaban isiniif kennuudhaan,+ akkasumas nyaata akka quuftanii fi garaan keessan gammachuudhaan akka guutamu gochuudhaan+ waaʼee ofii isaa dhugaa baʼeera.”+
17 taʼus wanta gaarii gochuudhaan, jechuunis samii irraa bokkaa roobsuudhaan, waqtiilee firii qaban isiniif kennuudhaan,+ akkasumas nyaata akka quuftanii fi garaan keessan gammachuudhaan akka guutamu gochuudhaan+ waaʼee ofii isaa dhugaa baʼeera.”+